Qaajjibuu II
Appearance
![](https://cdn.statically.io/img/upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/e/e1/Kingscorpion.jpg/300px-Kingscorpion.jpg)
"Qaajjibbuu" ( Afaan Gibxiin kan dubbifamu "Salk" ta'uu hin oolu) Mootii Misrii bara Pre-Dynasty . Garuu Narmer dura xiqqoo yeroo bulchu biyya guutuu kan bulche hin fakkaatu . Odeeffannoo dabalataa barruu The Scorpion Stick jedhu irraa argachuu dandeessu.